<p>Hanzala loves mangoes. The ripe mango he wants on his birthday is at the top of a tall mango tree. Let us see how Hanzala and his sister Hania can get the mango. </p><p>Hanzala'n maangoo ni jaallata. Maangoon bilchaataa inni guyyaa dhaloota isaaf barbaadu muka maangoo dheeraa tokko gubbaa jira. Mee Hanzala fi obboleettiin isaa Hania'n akkamitti maangoo kana argachuu akka danda'an haa ilaallu.</p><p><strong>A bilingual edition of this book is available in the following languages: </strong>Afar Amharic Kinyarwanda Kirundi Luganda Oromo Shona Somali Somali (Osmanya Script) Swahili Tigrinya.</p>