<p>When Kiki Sofia's cat did not wake up and play with her one morning Sofia became sad. It was time for Sofia's father to explain the circle of life and give her something to make her smile again.</p><p>Guyyaa tokko ganama yeroo Kikkiin adurreen Soofiyaa hirriibaa kaatee ishee waliin taphachuu didde Soofiyaan gaddite. Yeroon abbaan Soofiyaa marsaa jireenyaa itti ibsu fi akka isheen deebitee gammaddu taasisu amma dha.</p>
Piracy-free
Assured Quality
Secure Transactions
*COD & Shipping Charges may apply on certain items.