Walabummaa Hafuuraa (Liberty to the Captives)

About The Book

<p>Kitaabni Walabummaa Hafuuraa jedhu kun fayyinaafi walabummaa karaa adda ta'een namootaaf ni argamsiisa. Ijoolleen Waaqayyoo humna fannootin akka bilisa ba'an kan gargaaran furtuulee gara garaa ni dhiheessa (Romaa 8:21). Kadhannaaleefi Labsiilen kitaaba kana keessatti argaman ardiilee ja'an keessatti yaaliin itti taasifameera. Namoota bilisa baasuf hidhaa dhalootaa gara dhalootaa darbu kan bara baraa cabsuudhan ragoota Kiristoos kan firii buusan taasisuuf akka dandeessisu mirkanaa'ee jira.</p>
Piracy-free
Piracy-free
Assured Quality
Assured Quality
Secure Transactions
Secure Transactions
Delivery Options
Please enter pincode to check delivery time.
*COD & Shipping Charges may apply on certain items.
Review final details at checkout.
downArrow

Details


LOOKING TO PLACE A BULK ORDER?CLICK HERE